Naannoo addababaayii Ayaattitti balaan ibiddaa suqootarratti qaqqabee to’atame

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)-Kaleessa galagalaa halkan sa’aatii 3:00tti naannoo addabaabaayii Ayaattitti balaan ibiddaa suqootarratti qaqqabee osoo gara birootti hin babaldhatin to’atameera.
Balaan ibiddaa suqoota kanneen irratti ka’ee hirmaannaa aaritiin taasifameen miidhaa osoo hin qaqqabsiisin to’amuu danda’eera.
Balaan ibiddicha gara birootti osoo hin qabatiin hojjeettota ittisa balaa fi ibiddaa, hawaasni naannichaa fi qaamoleen nageenyaa hirmaannaa taasisaniif bulchiinsi magaalaa Finfinnee galateeffateera.
Hawaasni rakkoon walfakkataan akka kana akka hin mudannee of eeggannoo taasisuun naannoosa akka eeguu bulchiinsi magaalichaa waamicha dhiyeessuu ragaan Waajjira Seekreetariyaatii Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment