Naannoleetti Onkololeessi 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabarratti raawwatame yaadatame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Naannoleetti Onkololeessi 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabarratti raawwatame waggaa 1ffaan yaadatameera.
Naannoo Kibbaa, Hararii fi Gaambeellaatti guyyaan kun yaadatameera.
Sirni yaadannoo kun bakka Preezdaantoonni,hoggantoonni mootummaa olaanaa fi kutaaleen hawaasaa naannolee kanneenii argamanitti yaadatameera.
Duungoo ibsuu, yaadannoo sammuu taasiisuu fi dhiiga arjoomuun yaadatameera.
Iyyoonaadab Andu’aalmee, Kominikeeshinii naannoleetu gabaase.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment