Naannolee Oromiyaa fi Afaariif deeggarsi Ambulaansii taasifame

Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Fandii Qorannoo Ummataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi deeggarsa Maallaqaa Mootummaa Siwiidiin irraa argameen Deeggarsi Ambulaansota 5 Biiroolee Fayyaa Naannolee Oromiyaa fi Afaariif taasifamaniiru.

Ambulaansonni kunneenis naannolee lameen naannawaa rakkooleen nageenyaa fi hongeen deddeebi’ee mudatutti fayyaa haadholii fi sirna da’umsaa fooyyessuuf akkasumas waliingahiinsa tajaajila Fayyaa babal’isuuf kan kaayyeffate ta’uun ibsameera.

Maraa’ol Kadiirtu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment