Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Naannolee garaagaraatti waltajjiin marii sanada marii “Dhiigaan kan kabajame, Dafqaan kan walitti hidhame” jedhurratti gaggeeffameera.
Maricharratti hoggantoonni olaanoon naannolee kan hirmaatan yoo ta’u, haala nageenya waaraafi guddina walitti fufiinsa qabu mirkaneessuun danda’amurratti mari’atameera.
Marichi naannolee Gambeellaafi Harariitti gaggeeffamee kan xumurame yoo ta’u, naannoo Somaaleefi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti ammoo gaggeeffamaa jira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.