Naannichi bara baajataa 2015 galii Birrii biiliyoona 5 ol walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 galii Birrii biiliyoona 5 ol walitti qabuu beeksiseera.

Biirichi Birrii biiliyoona 4.1 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 5 ol walitti qabuu Hoggantuun biirichaa Aadde Hiyiwat Asaggid ibsaniiru.

Bara 2016 ammoo Birrii biiliyoona 6.2 ol walitti qabuuf karoorfachuu ibsaniiru.

Tasfaayee Mirreessatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment