Naannichatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kbbaatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa magaalaa Buttaa Jiraatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Saganticharratti preezdaantii naannichaa obbo Iristuu Yirdaa dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa argamaniiru.

Marichaan raawwii misooma qamadii bonee naannichaa fi haal duree  misooma arfaasaa irratti gadi fageenyaan kan gamaggamamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment