Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Koreen qajeelfama gabaa gurgurtaa Simmintoo fi hojmaata isaa hojiirra oolchu hundaa’eera.
Naannichatti hojii karaa qindaa’een hojjechuu fi hojmaaticha hojiitti hiikuun barbaschisaa ta’uu isaan Caasaalee mootummaa garaagaraa keessaa koreen hundaa’uu ibsameera.
Qajeelfamni Gurgurtaa fi Raabsa Simmintoo ba’e sirnaan hojiirra akka ooluuf to’annoo fi hordoffii taasiiisa jedhame.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.