Naannichatti Duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaatti duulli sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

Saganticharratti Pireezidaantii Naannichaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa fi qondaaltoonni olaanoo fi kutaaleen hawaasa garaagaraa hirmaachaa jiraachuun ibsameera

# Ashaaraa magariisaa

Comments (0)
Add Comment