Naannichatti dhaabbileen albuuda aadaa dandeettii guutuun gara hojiitti akka galan ni taasifama-Injiinar Taakkalaa

Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti sadarkaa dhaabbileen albuuda aadaa irra jiran daawwataniiru.

Daawwannicharratti preezdaantiin naannichaa obbo Ashaadilii Hasanii fi hoggantoonni olaanoon naannichaa argamaniiru.

Dhaabbileen kunneen dhimmoota hojiisaaniitti gufuu ta’aaniif fala argachaa jiraachuu kan himan Injiinaar Taakkalaan, yeroo itti aanuutti dandeettii guutuun gara hojiitti akka galaan ni taasifama jechuun fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin ibaniiru.

Injiinar Taakkalaa Uumaa guyyaa har’a ganama daawwannaa hojiif magaalaa Asoosaa kan galan.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

nna.

Comments (0)
Add Comment