Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Kalaqaa naannoo Amaaraatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 87 taasisuu ibsame.
Ministeerichi biirolee naannolee, Kolleejjotaa fi dhaabbilee waamamtootaa qindeessuun naannichatti dhaabbilee Biiroo Carraa Uumuu jala jiraniif deeggarsa walitti qabaa turuu Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Muufariyaat Kaamil ibsaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.