Naannichatti Dargaggoonni miiliyoona 1.5 Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaarratti ni hirmaatu jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)–Naannoo Tigraayitti Dargaggoota miiliyoona 1.5 Tajaajila tola ooltummaa Gannaarratti hirmaachisuuf qophiin taasifamuu Biiroon Dhimma Dargaggootaa Bulchiinsa Yeroo naannichaa beeksise.
Dargaggoota kanneen keessaa kumni 20 ol barattoota Yuunivarsitii ta’uu TOI gabaaseera.
Tajaajila tola ooltummaa kanneen akka misooma Ashaara Magariisaan, fayya, barnootaan, arjooma dhiigaa fi harka qaleeyyii deeggaruun kan hirmaatan ta’uun ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment