Naannichaatti Biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan ibsaniiru.

Milkaa’ina sagantichaaf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.

Haaluma kanaan naannichatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsuun, guyyaa tokkootti biqiltuu miiliyoona 15 dhaabuuf karoorfamuu dubbachuu isaanii TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment