Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy erga gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, muuxannoo biyyee koompoostiin gabbisuu yoo cimsinee faayidaa olaanaa argachuu dandeenya jedhan.

Keessattuu hojiilee misoomaa qonna magaalaaf caalmaatti fayidaa akka qabu qabu dubbataniiru.

Koompoostiin qabiyyee biyyee ni fooyyyeessaa; biqiltuuwwaniif haala mijataa uumaa akkasumas guddinaa fi sadarkaa fayyummaa isaanii kan dabaluu ta’uu Dooktar Abiy ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment