Muusaa Faakiin erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat bara haaraa Ityoophiyaatti kabajamaa jiru sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Barri haaraan obboleeyyanii fi obboleettiiwwan koo Ityoophiyaaf kan fayyaa, Nageenyaa, araaraa fi misooma akka ta’uun hawwa jedhan fuula tiwiitaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment