Muusaa Faakii Mahaammat erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsan.
Muusaa Faakiin hordoftoota amantaa kiristiyaanaa maraan baga ayyaan Qillee geessan jedhan.
Ayyaannichi hordoftoota amantichaaf ayyaana nageenyaa fi fayyaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment