Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaa isaaniitti debi’an.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaa taasisuufii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.