Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Veetinaam Paam Miinihii Chiinihi Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa FDRI ta’uun muudamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii erganiiru.
Veetinaamii fi Ityoophiyaan bara Faranjootaa 1976 eegalee hariiroo cimaa fi michummaa gaarii qabaachuu ibsaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.