Muummeen Ministiraa Ingiliz Liiz Tirees aangoo gadi lakkisan

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Dhiyeenya kan filaman Muummeen Ministiraa Ingiliz Liiz Tirees aangoo gadi lakkisan.

Liiz Tirees guyyoota 44 dura Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun filatamuun isaanii ni yaadatama.

Aangoo gadi lakkisuu isaanii wayita ifoomsanitti haasawaa taasisaniin, “Gara aangootti kanan dhufe wayita tasgabbii diinagdee fi idil addunyaa dhabametti” jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment