Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Filisxeem Mohaammad Shittaay Finfinnee galaniiru.
Mohaammad Shittaay wayita Buufata Xiyyaaraa idil adfunyaa Boolee ga’an Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dookta Injinar Haabtaamuu Ittafaa fi hoggantoota mootummaa biroon simatamaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.