Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad marii bu’aa qabeessa Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin hariiroo waloorratti taasiisan galateeffataniiru.

Dhimmoota waloo fi ardichaarratti marii bu’aa qabeessa taasiifneef galanni koo guddaadha jedhan.

Marichi hariiroo gara fuulduraa biyyoota lamaaniif bu’uura cimaa kan uume ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment