Muummeen Ministiraa duraanii Xaaliyaanii Siilviiyoo Beerlooskooniin boqotan

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa duraanii Xaaliyaanii Siilviiyoo Beerlooskooniin du’aan addunyaa kanarraa boqotaniiru.

Siilviiyoo Beerlooskooniin dhibee Kaansarii dhiigaan qabamanii yaalarraa turuun Umrii waggaa 86 isaaniitti addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.

Siilviiyoo Beerlooskooniin bara Faranjootaa 1994 – 1995, 2001- 2006, akkasumas 2008 – 2011tti Muummee Ministiraa ta’uun Xaaliyaanii tajaajilaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment