Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumurarratti kan argamu Tarminaala VIP Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwanicharratti ministiroonnii fi hooggantoonni olaanoo mootummaa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.