Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministiirri Paarkii Indaasitirii Qindaa’aa Buree eebbisan

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministiirri Paarkii Indaasitirii Qindaa’aa Buree eebbisan.
Eebba Paarkii kanaa irratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministiirri Dhimma alaa obbo Dammaqaa Makonnin, Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aaganyaw Tashaagarii fi aanga’oonni hojii mootumma olaannoo argamaniiru.
Eeebba kanaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fi Jilli isaan Waliin jiru mooraa paarkichaa keessatti biqiltuu dhaabaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment