Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) –Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abddisaa fi angawoonni Mootummaa Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa dhaabbata Keenyaa daawwataniiru.
Daawwanna kanaraatti Muummeen ministraa duraani obbo Haayilamaariyaa Dassaalanyi argamaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.