Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Preezdaanti Taanzaaniyaa Joon Maaguufuulii gadda itti dhaga’ame ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad mootummaa fi ummata Taanzaaniyaaf jajjabina hawwaniiru.
Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maaguufuliin umrii isaanii waggaa 61ffaatti halkan edaa addunyaa kanarraa du’aan boqachuusaani kan yaadatamuudha.
Taanzaaniyaan guyyoonni 14n dhufan guyyaa gaddaa biyyaalessaa akka ta’u labsiteerti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.