Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad “Michoonni fi tumsitootni hunduu baga bara haaraa geessaan” jedhaniiru.
Barri haaraan Faranjootaa 2021 hawaasa addunyaaf abdii akka fidu hawwii qaban ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.