Muummeen Ministiraa Dhaabbata Tajaajila Poostaa Ityoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Dhaabbata Tajaajilaa Poostaa Ityoophiyaa daawwataniiru.

Daawwannicharratti Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin dabalatee ministiroonnii fi qondaaltonni mootummaa biroon argamaniiru.

Tajaajilli Poostaa Ityoophiyaa guddinaa fi badhaadhina biyyaaf gumaacha kan taasisan furmaata haaraa dhiyeessuun diinagdee biyyaa guddisuuf hojjechaa jiraachuu ragaan tajaajilichaa ni mul’isa.

Tajaajila poostaa fi loojistiksiitti dabalataan wiirtuu meeshaalee alaa dhiyeenyatti biyyaa keessaa galanii ta’ee kan tajaajilu tajaajila ‘E-commerce’ jalqabuun eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment