Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa hogantoota Turki-Afrikaarratti hirmaata jiru.
Yaa’ichis Istaanbuuliitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ii kanarratti aanga’oonni biyyoota Afrikaa 30 caalaan hirmaata jiru.
Turkiin hariiroo biyyoota Afrikaa waliin qabdu aaritiin dabalaa dhufuun ni himama.
Biyyattiin bara Faranjoota 2002 irratti imbaasii biyyoota Afrikaa 12 qofa keessa abdi jedhameera.
Yeroo amma kana garu biyyoota Afrikaa 43 keessaatti Imbaasiishee banteetti.
Daandiin qilleensaa ishees ga’umsoota garagara Afrikaa 60 keessaatti balallii taasisaa jiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.