Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kaasaagitaan to’anneerra jedhaniiru.
Kanaanis bakka diinni qabatee gadi lakkiisiisaa jiraachuu ibsuun, Hamileen hoomaa waraanaa gama hundaatiin hedduu boonsaadha jedhaniiru.
Haalli adda waraanaa jiru baayyee nama gammachiisa jedhaniiru.
Uummanni keenyas nu bira dhaabbatee nu garagaraa jira jedhaniiru.
Bilisummaa uummata keenyaa kabachiisuuf waan kaffalamuu qabu kaffaluuf qophiidha jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Guyyaa har’a ammoo Burqaa fi Cifiraa ni to’annaa jechuun himaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.