Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministeeraa FDRI Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiilee misoomaa garaagaraatiif Jimmaan galaniiru.
Muummeen ministeeraa Abiy Ahimad dabalatee giiftii Duree Zinnaasha Taayyachoo Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi qondaaltonni biroon argamaniiru.
Jilli Muummee Ministiraa Abiyiin durfamu wayita Jimmaan galutti simannaan taasifameeraafi.
Alaazaar taaddalaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.