Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwatan

Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwataniiru.

Muummeen Ministiraa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka jedhanitti, guyyaa har’aa Magaalaa Galaanitti “Ityoophiyaan haa oomishtuun” Indaastirii Horaa daawwataniiru.

Indaastirii kanatti, qindeessa bunaa ammayyaa, akaawwii fi oomisha saamsaa simmiintoo gaggeeffamaa jiru daawwataniiru.

Indaastirii guddisuun biyyattiif sharafa alaa argamsiisuuf gahee olaanaa akka qabu ibsan.

Irraa deebiin “Ityoophiyaan haa oomishtu” irratti haa hirmaannu jechuun waamicha dhiyeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment