Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru

Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru.

Kanaan dura mata duree “Gahee hayyootaa Ijaarsaa Biyyaaf” jedhuun waltajjiiwwan marii garaagaraa bakkoota garaagraatti gaggeeffamuun ni yaadatama.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad guyyaa har’aas mata duree “Badhaadhina biyyaaf gahee Hayyootaa” jedhuun hayyootaa waliin mari’achaa jiru.

Waltajjiin marichaarratti hayyoonni beekumsaa qaban ijaarsa biyyaaf oolchuuf fedhii olaanaan mul’achuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment