Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad halkan edaa Daawwaanna hojii guyyaa tokkoof Gaanaa Akiraa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad turti Akiraatti taasiisaniin Preezdaantii Gaanaa Naanaa Akufoo Adoon waliin wal arguun kan mari’atan ta’uu ragaan Waajjiira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.