Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi jilli isaaniin durfamu Ijibtiin galan

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaaniin durfamu Ijibti Shaarm Al-Sheeyik galaniiru.

Muummeen ministira fi jilli isaanii Ijiptiin kan dhaqan, yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment