Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin Afrikaatti carraaqqiiwwan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifaman irratti mari’ataniiru.

Yeroo rakkisaa kanatti Ardii keenyaaf deeggarsa gochuuf ka’uusaatti Muummeen Ministira Dooktar Abiy dinqisiifataniiru.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy dhaabbaticha waliin ni hojjenna; dandeettii kalaqaa isaa Afrikaa tajaajiluuf yoo inni oolchu ni argina jedhaniiru

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment