Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo gaggeeffame

Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gaggeffameera.

Muudamichi bakka Paatiriyaarkiin Mana Amantichaa Abunaa Maatiyaas argamanitti gaggeeffameera.

1. Abbaa Kinfagabir’eel Taklamaariyaam, Abbaa Gariimaa jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Geedi’oo, Ammaaroofi Burjii

2. Abbaa Saahlamaariyaam Tolaa, Abbaa Gabri’eel jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Shawaa Lixaa

3. Abbaa Sibahat La’aab Hayilamaariyaam, Abbaa Xiimotewoos jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Daawuroo, Koontaa

4. Abbaa Amdamikaa’el Haayilee, Abbaa Elsaa’i jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Wallagga Bahaa

5. Abbaa Haayilamaariyaam Geetaachoo, Abbaa Bartolomeyoos jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Dirree Dhawaa

6. Abbaa Xilaahun Warquu, Abbaa Efreem jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Buunoo Beddellee

7. Abbaa Zatakilahayimaanot Gabree, Abbaa Isxifaanos jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Horroo Guduruu

8. Abbaa Isxifaanos Gabree, Abbaa Daani’eel jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Wallagga Lixaa

9. Abbaa Waldagabri’eel Abbabaa, Abbaa Niqoodimoos jedhamuun Kutaa Lallaba Biyyaa Harargee Bahaatti muudamaniiru.

Qiddisti Abaataatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment