Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad duula biyyoonni Afrikaa Mana Maree Nageenyaa keessatti bakka bu’iinsa dhaabbii akka argatan gaggeeffamutti makamuu ibsaniiru.
Ummanni Afrikaa biiliyoona 1.3 ta’an Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti keessatti sagalee fi bakka bu’iinsa dhaabbii akka argatan taasiisuuf duula hoggantoota Afrikaa biroo waliin gaggeeffamutti makamuu ibsaniiru.
Dhimmoonni fi murtoowwan Ardii Afrikaa ilaallatan bakka bu’iinsa tokko malee deebii argachuu hin qaban jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula Tiwiitarii isaaniin.
Naannoo Keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.