Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu gaggeeffama

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu kan gaggeeffamu ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise.

Godinichatti Waxabajjii 12, 2015 Waajjiraaleen mootummaa federaalaa fi naannoo guyyaa kana cufaa ta’uu ibseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment