Murtoo mootummaan gariin dhukkaasa dhaabuuf taasise fedhii nageenyaaf qabu kan argisiisudha- Obbo Zaadiig Abrahaa

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Murtoo mootummaan gariin dhukkaasa dhaabuuf taasisee ture fedhii nageenyaaf qabu kan argisiisuu ta’uu Ministirri Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii Obbo Zaadiig Abrahaa ibsan.

Garee shororkeessaan ABUT murtoo mootummaa kana kabajuu dhiisee gara waraanaatti seenuun badii cimaa  namaa fi qabeenyarraan gahuu turtii miidiyaa Dooche Veelee waliin taasisaniin ibsaniiru.

Garichi naannolee Amaaraa fi Afaaaritti bakkeewwan weeraree turetti gochaawwan ajjeechaa namaa, gudeeddii, saamichaa fi qabeenyaa barbadeessuu eeraniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment