Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Godina Walaayittaatti gaggeeffamaa kan oolee adeemsi kenniinsa sagalee murtee ummtaa xumurameera.
Xumuramuu kenniinsaa sagalee hordofees bufataaleen sagalee lakkaa’aa jiraachuun eerameera.
Boru ganama bu’aan sagalee kennamee ni ifoomaan eegama.
Kenniinsi sagalee nagaan kan xumurame yoo ta’u, buufataaleetti ummanni sagalee kennuu baay’achuurraan adeemsichi hanga sa’aatii 1:00’tti gaggeeffamee xumurameera.
Maastawaal Asaffaatu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.