Mootummaan Naannoo Hararii Birrii miiliyoona 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Hararii Birrii miiliyoona 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsame.

Birrii miiliyoona 8 akaakuun, miiliyoona 32 ammoo maallaqa deeggarsa taasiisuu himameera.

Deeggarsicha Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Maartaa Liiwiijjiif dabarsuun laataniiru.

Naannichi deeggarsa hunda galeessa eegale cimsee kan itti fufu ta’uu obbo Oordiin Badiriin mirkaneessaniiru.

Naannichi hanga ammaatti marsaa 3n deeggarsa garaagaraa taasiiuu eerameera.

Misikkir Sinaaffiqitu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment