Mootummaan Naannoo Afaar ummata naannoo Somaaleef deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiise

Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Afaar ummata naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiiseera.
Preezdaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti argamuun deeggarsicha preezdaantii naannichaa obbo Musxafee Mahaammadiif laataniiru.
Obbo Musxafee Mahaammad deeggarsa mootummaan naannoo Afaar taasiiseef galateeffachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Afaarirraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment