Mootummaan michuuwwan Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Daandii Diimokiraasii kan filatee Mootummaan Ityoophiyaa qormaatilee yeroo hambisuu fi imaala jijjiirramaa eegaleerratti michuuwwan Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uusaa Muummeen Ministiira FDRI Abiy Ahimad beeksisaniiru.

Muummichi Ministiraa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin akka ibsanitti, gufuuwwan nu muudataniis michuuwwan keenyaa waliin guddinaaf hojjechuuf muranneerra jedhan.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment