Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaatif jecha murtoo walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessee walitti bu’iinsichaaf furmaata barbaaduu fi tarkaanfii sirridhaa jechuun Turkii ibsiteetti.
Ministeerri Dhimma Alaa Turkii fuula miidiyaa hawaasa isaan akka ibsetti, mootummaan deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu’iinsa dhaabuuf murtoon dabarse dinqisifachuun, tarkaanfii sirrii ta’uus ibsameera.
Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraay deeggarsi namoomaa barbaachisuuf deeggarsicha ariifachiisuuf guyyaa kaleessa walitti bu’iinsa dhaabuu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.