Mootummaan Iskootlaand Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 71 ol taasise

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Mootummaan Iskootlaand naannoo Tigraayitti duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lammiilee miidhaan irra ga’eef deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 71 taasiseera.
Deeggarsichi dhaabbileen deeggarsa hundeeffamaa isaanii Iskootlaand taasisaanitin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayiif akka dhiiyatuu ni taasifama jedhameera.
Deeggarsa taasifameen alattis meeshaalee qulqullinaa, fayyaa fi deeggarsi ariifachiisaan akka taasifamuu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment