Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame kan dinqisiifatu ta’uu beeksiise.
Waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasiifame mootummaan Chaayinaa kan deeggaruu fi kan diinqiisifatu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiiyaan fuula Tiwitarii isaaniin beeksisaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.