Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan boqotan

Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan umrii waggaa 96ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.

Mootiittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan Waggaa 70’f Giiftii biyyattii ta’uun tajaajilaniiru.

Umrii waggaa 96ffaa isaanitti har’a Addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.

Masaraa Mootummaa Kiingihaamitti boqochuu isaanii galgala kana ifoomeera.

Haalli fayyaa isaanii yaaddessaa ta’uu isaa hordofee bakka maatiin isaanii walitti qabamanitti boqochuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment