Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Tapha moo’atanii darbuu Waancaa Afrikaa har’a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite.
Taphni akkaan eegamaa ture taatee hin eegamne keessummeessun olaantummaa Afrikaa Kibbaan xumurameera.
Bafanaabafanaan biyya waancaaf tilmaamamaa turte garee Leecota Atilaas Moorookoo burkuteessuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.