Moorookoon Waancaa Addunyaan biyya Afrikaa jalqabaa marsaa nuusa xumuraaf darbite taate

Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa moo’atanii darbuu marsaa nuusa xumuraa Moorookoofi Ispeen gidduutti taphatame injifannoo Moorookoon xumurameera.

Taphichaan Moorookoon rukuttaa adda bahiinsaan goolii 3fi 0 Ispeeniin injifachuun marsaa nuusa xumuraaf darbuu ishee mirkaneeffatteetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment