Moorokoon walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte

Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Moorokoon Poorchugaal injifachuun seenaa keessatti biyya Afrikaa tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarte taateerti.

Moorokoon goolii 1fi 0n Poorchugaal injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf darbuu dandeesseerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment